1 / 10

mame Daldalaa-Carraa-Hojii-Uumuu-Fi-Invetimeenti-Aana-Makkaniisa-Oromoo

bjjkkkbfdd

MUBARIK1
Download Presentation

mame Daldalaa-Carraa-Hojii-Uumuu-Fi-Invetimeenti-Aana-Makkaniisa-Oromoo

An Image/Link below is provided (as is) to download presentation Download Policy: Content on the Website is provided to you AS IS for your information and personal use and may not be sold / licensed / shared on other websites without getting consent from its author. Content is provided to you AS IS for your information and personal use only. Download presentation by click this link. While downloading, if for some reason you are not able to download a presentation, the publisher may have deleted the file from their server. During download, if you can't get a presentation, the file might be deleted by the publisher.

E N D

Presentation Transcript


  1. Waajjira Daldalaa, Carraa Hojii Uumuu Fi Invetimeenti Aana Makkaniisa Oromoo Gabaasa chu hangaa ammaa kan, Bara 2017 Bitooteysaa, 2017 Makkaanisa Oromoo by Husnii Mubarak

  2. Seensa Guddina Hawaas-Dinagdee Aanaan Makkanniisa Oromoo guddina misoomaa hawaas-dinagdee itti fufiinsa qabu mirkaneessu fi jireenya uummata Aanichaa bu'uurarraa fooyyessuuf sochii gama hundaan taasisaa tureera. Karoora Daandii Badhaadhinaa Kannarra ka'uun, guddina hawaas-dinagdee argame kana keessatti bu'aa ba'ii hedduun booda muuxannoon gaarii argamee itt fufsiisuf karoora daandii badhaadhinaa waggaa 10 qopheessinee fayyadamummaa ummataa milkkeesuuf hojjachaa jiraachuun keenya beekkamaa dha. Imaamata Fi Tarsiimoo Mootummaan rakkoo siyaasaa, diinagdee fi hawasummaa furuun, lammiiwwan jiruu fi jireenya fooyya'aa akka jiraatanii fi biyyi keenya biyyoota galii giddugaleessa qaban cinaa hiriirsiisuuf Imaamata fi Tarsiimoo rakkoo hiyyumma xiqqeessuu danda'u baasee hojii irraa olchaa jiruun hojiiwwan hojjatamaa turaniin hojii dhabdoota hedduuf carraan hojii uumuun abbotii qabeenyaa bu'uuraa riqicha induustirii ta'an horachuun danda'amee jira. Kallattii Agiroo Industirii Haala qabatamaa Biyya keenyaa fi muuxannoo biyyoota industriin guddatanii fi guddachaa jirani yeroo ilaallu kallattiin akka misooma industriitti hordofamu qabu kallattii agiroo industiriitiin ummaatni baadiyyaa industriif galtee industrii dhiyeessuu, bu'aa industrittii salphatti fayydamuu danda'uu fi carraa hojii bal'aa ummuu danda'uun akka ta'uu qabu agarsiisa. Carraa Hojii Uumuu Haaluma kanaan Carraa hojii Bal'inaan uumuun uummata hiyyummaa fi hojii dhabdummaa keessa jiruuf carraa hojii bal'inaan uumuun jiruuf jireenya isaanii akka fooyyeffatanii fi fayyadamo akka tahan gochuufi Aanaa keenya Aanoota galii ol'aanaa qaban cinaa hiriirsuu dha.

  3. Haala Waliigala Aanichaa Gahee Intarpiraayizoota Haala qabatamaa aanaa keenyaa irra dhaabbachuudhaan aanaan keenya intarpiraayizoota maayikiroo fi xixiqqaa diinagdee biyya keenyaa keessatti gahee murteessaa akka qaban waan itti amanneef misooma seektarichaatiif xiyyeeffannaa guddaa kennuudhaan imaamataa fi tarsiimoon misooma interpiraayizoota maayikiroo fi xixiqqaa (imx) qophaa,ee hojiirra oolaa tureera. Gara fuulduraafiis haaluma kanaan cimee kan itti fufu ta,uu isaati.

  4. Haala Hawaas-Diinagdee Aanichaa Lammii Tajaajiluu Faayida lammii dursuu Mannii Hojii Tajaajila saffisaa fi qulqullina qabu Hawasa Aanichaa Jiraataa badiyyaa fi magaalaa Hawasa anichaa akka waligalattii jiraataa badiyyaa fi magaalaa kan hammatuu yomuu ta'uu akkasumaas abbootii qabeenyaa fi qamolee biro tajaajilaa nurraa barbaadan nidabalata lammiin kuun tajaajila saffisaa fi qulqullina qabu nurraa kan eganiidha kanaafuu mannii hojii keeenyaas kan huundeeffaamee lammii tajaajiluu fi faayida lammii dursuu waan ta'ef kallattiiwwaan madaallii jiran keessaa lammii /ummata kallatti madallii sadarka duraa irraa ka'udhaan xiyyeeffannoo olaanaan hojachuun barbaachisaadhaa.

  5. Kaayyoo Gabaasichaa Carraa Hojii Uumuu Misooma Ariifachiisaa Carraa Hojii bal'inaan uumuun galiin ummataa fooyya'ee hojii dhabdummaa fi hiyyummaa hir'isuun qoodinsa qabeenyaa haqa qabeesa ta'e akka umamu gochuu. Misooma ariifachiisaa fi dorgomaa ta'e galmeessuu, misooma Aanaa itti fufsiisuu fi sektera misooma Industrii tiif akka bu'uura buusu gochuu. Abbootii Qabeenyaa Uumuu Aanaa keenyatti bu'uura bal'aa kan qabu abbootii qabeenyaa Misooma'aa ta'an uumuun misooma seektarichaa babal'isuu.

  6. Galma Bara 2017 hojii Barbaaddoota Carraa Hojii Dhaabbiin Qaxarrii Yeroon Hojiitti galchuu Fi deeggaruu. Ergama (Mission) Misoma Intarpiraayizii fi Industirii guddisuunhirmaanna fi fayyadamummaa uummataa mirkaneessuu Mul'ata (Vision) Bara 2017 tti Aanaa keenya Misooma Intarpiraayizii fi Industiriin dagaagdee fi Dinagdeen Badhaate arguu.

  7. Toora xiyyeeffannoo (strategic Themes) fi Bu'aawwan Xiyyeeffannoo fi Bu'aawwan Duudhaalee • Hojii dhabaaf Carraa Hojii bal'aa uumuu. Bu'aan ; Rakkoo Hojii dhabdummaa hirate. • Ittigaafatamummaa • Industirii Manufakcheeringii Misoomsuu fi babal'isuun bu'aa qabeessummaa isaa mirkaneessuu, Bu'aan ; Ga'ee Industirii dabalee fi fayyadamummaa uummataa guddat • Olaantummaa seeraa • Iftoomina • Tajaajila Gahumsa Qabu Kennuu • Qophaa'umaa Jijjiiramaa • Beekumsaa fi Amantaan Hoogganuu • Hirmaachisummaa • Deebii hatattamaa kennuu • Bu'aQabeessummaa Hudhaalee Hiikuu Hudhaalee ilaalchaa, dandeettii fi dhiyeessii Adeemsootaa fi raawwatoota biratti mul'atan hiikuu Kallattii Raawwii Ilaalchaa fi gocha kiraa-sassabdummaa faallaa Tarsiimoo keenyaa ta'an dadhabsiisaa deemuu Uuwwisa Gabaasichaa Hojiiwwan Bara 2017 keessa Hanga ammaatti raawwataman

  8. Hojiilee gurguddoo ji'a gurandhalla keessa raawwataman Poteenshaala Carraa Hojii Adda baasuu Pooteeshaala CHU adda baasuu magaalaa FI Baadiyyaa Galmee fi Calallii Hojii Barbaadootaa Gaggeessuu Galmee Hoji dhabdootaa magaalaa fi Baadiyyaa Hojii Barbaadoota Gurmeessuu fi Hojiitti Galchuu Gurmmeessuu magaala fi Baadiyyaa Kenna Liqii, Qussannaa Dirqii fi Hawaasaa Deebii Liqii Ala bulee kan tiraaktaraa Waliitti Hidhaaminsa Gabaa Walitii hidhaminsa gaba

  9. Qusannaa Dirqii imx Qr 1,168,548 Qr 1,168,548 Karoora waggaa Karoora hanga ammaa Qusannaa Dirqii imx Qusannaa Dirqii imx Qr 629,000 Raawwii hanga ammaa Qusannaa Dirqii imx Tajaajila Galmee Qabinsa Herreegaa • karoora wagga int 40 • karoora hanga amaa int 40 • rawwii hanga ama int 46 Tajaajila Aouditii Interpiraayizootaa • karoori wagga int 40 • karorii hanga amaa int 40 • rawwii hangaa amaa int 31 Kenna lafaa magala fi badiyaa • karoori wagga int 74 mis 1123 hect 266 • karoora hanga amaa int 19 mis 281 hect 67

  10. KTL KENNA TAJAJJILA LAMUMAA Mana Harka Qalleyii Ijaruu Dabtara Harka Qalleyii Bituu Ethio Codersiin walqabatee • karoora wagga hulla 1 qarshii 100,000 • karoora waggaa 10 doz qarshii 4500 • kan galmaawan 190 • Kan Barnoota eegalan 190 • rawwii hanga amaa hulla 1 qarshii 81,000 • rawwii hanga ama 7 doz qarshii 3150 • Kan Sartifi keta Fudhatan 100 • hojjata ijarsa irratii hirmatee nama 6

More Related